YouVersion embleem
BybelLeesplanneVideo's
Kry die toep
Taalkieser
Soek-ikoon

Gewilde Bybelverse vanaf Uumama 12

1

Uumama 12:2-3

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Ani saba guddaa sin taasisa; sin eebbisas; maqaa kee illee guddaa nan taasisa; atis eebba taataa. Ani warra si eebbisan nan eebbisa; warra si abaaran nan abaara; sabni lafa irraa hundinuu karaa keetiin eebbifama.”

Vergelyk

Verken Uumama 12:2-3

2

Uumama 12:1

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYO Abraamiin akkana jedhe; “Biyya kee, saba keetii fi mana abbaa keetii dhiisiitii gara biyya ani si argisiisuu dhaqi.

Vergelyk

Verken Uumama 12:1

3

Uumama 12:4

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Kanaafuu Abraam akkuma WAAQAYYO isatti himetti kaʼee deeme; Looxis isa wajjin deeme. Abraam yeroo Kaaraanii baʼetti nama waggaa torbaatamii shan ture.

Vergelyk

Verken Uumama 12:4

4

Uumama 12:7

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYO Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif nan kenna” jedheen. Kanaafuu inni achitti WAAQAYYO isatti mulʼate sanaaf iddoo aarsaa ijaare.

Vergelyk

Verken Uumama 12:7

Vorige hoofstuk
Volgende hoofstuk
YouVersion

Moedig jou aan en daag jou uit om elke dag intimiteit met God op te soek.

Bediening

Iets oor ons

Loopbane

Vrywilliger

Webjoernaal

Media

Nuttige skakels

Hulp

Skenk

Bybelweergawes

Klankbybels

Bybeltale

Vers-van-die-dag


'n Digitale bediening van

Life.Church
Afrikaans (South Africa)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivaatheidsbeleidVoorwaardes
Program vir die openbaarmaking van kwesbaarheid
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest