Kitaaba Faaru'uu 92:14-15
Kitaaba Faaru'uu 92:14-15 GUJ
Isaan akka muka dullummaa keessa midhaan buusuu, ka yennaa mara bisille'ee hin te'an. Isaan, «Mootiin Waan Maraa sirri'i; inni rassaa ani itti baqadhu; isa keessa hammeenni hin jiru» jedhan.