Kitaaba Faaru'uu 84:2
Kitaaba Faaru'uu 84:2 GUJ
Lubbuun tiyya badhinna Dunkaanii Woyyittii Mootii Waan Maraa keessa jiraatiisaaf dharraatee gaggaddi. Gadhaan kiyyaa fi foon kiyya, Waaqa jiraata'aaf ilillisan.