Kitaaba Faaru'uu 77:11-12
Kitaaba Faaru'uu 77:11-12 GUJ
Ee Mootii Waan Maraa, ani hujii teeti gugurdoo hin yaadadha; bilbaasota ati dur goote hin qaabadha. Ani marroo hujii teetii mara hin heda; hujii teeti gugurdoo mara itti hin yaadadha.