Kitaaba Faaru'uu 77:1-2
Kitaaba Faaru'uu 77:1-2 GUJ
Ani qoonqoo ol qabadhee gara Waaqaa iyya; akka inni naaf dhage'u, qoonqoo ol qabadhee gara Waaqaa iyya. Yennaa rakkinnaa keessa Goottaa barbaadadhe; halkan guutuu harka kiyya diriirse; te'uu malee ani hin jajjabaanne.






