Kitaaba Faaru'uu 63:7-8
Kitaaba Faaru'uu 63:7-8 GUJ
Ati qarqaarsa kiyya waan teeteef, gaaddisa bobaa teetii jalatti, gammadaan faarfadha. Lubbuun tiyya sitti maxxanti; harki keeti middichi ol na qaba.