Kitaaba Faaru'uu 59:16
Kitaaba Faaru'uu 59:16 GUJ
Ati guyyaa rakkinnaa gollaa kiyya, addee ani itti baqadhulle waan teeteef, marroo jabeenna keetiitii fi marroo jaalala keeti ka bara baraa ganama mara hin faarfadha.