Kitaaba Faaru'uu 53:1
Kitaaba Faaru'uu 53:1 GUJ
Gowwooleen gadhaa ifii keessatti, «Waaqi hin jiru» jedhan; isaan worra bada'a; waan gadhee hujan; isaan keessaa ka waan dansaa huju tokkolle hin jiru.