Kitaaba Faaru'uu 27:4
Kitaaba Faaru'uu 27:4 GUJ
Ani waan tokko Mootii Waan Maraa gaafadha; isiille dhaggatuu barbaada: bara jiruu tiyyaa mara mana Mootii Waan Maraa keessa akka le'u, dansummaa isaa akka dhaggu, Dunkaanii Woyyittii isaa keessatti akka isa barbaadadhu.













