Kitaaba Faaru'uu 131
131
Gad Ifi Qabanee Waaqatti Addatiisa
Faaruu Daawitii, Ta Ittiin Ol Bayanu
1Ee Mootii Waan Maraa,
gadhaan kiyya hin kooru;
mataa hin dhaabu;
waan gugurdoo,
yookiin waan baasaa hin huju.
2Akka annuu harma irraa guutee
haadha woliin jirtuu,
ani lubbuu tiyya sarmisiisee cadhisiise;
akka annuu harma irraa guutee,
lubbuun tiyya na keessatti cadhitte.
3Ee kolbaa Israa'elii,
ammaa jalqabiitii haga bara baraatitti,
Mootii Waan Maraatitti addii godhadhu.
Currently Selected:
Kitaaba Faaru'uu 131: guj
Highlight
Copy
Compare
Share
Want to have your highlights saved across all your devices? Sign up or sign in
The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia