Kitaaba Faaru'uu 11:4
Kitaaba Faaru'uu 11:4 GUJ
Mootiin Waan Maraa Dunkaanii Woyyittii ifii keessa jira; ol-gubba'atti barcumaa mootumma'aa ka ifii qaba. Inni ilmaan namaa ilaala; ilti isaalle isaan qorqorti.