Kitaaba Faaru'uu 103:3-5
Kitaaba Faaru'uu 103:3-5 GUJ
Ka cubbuu teeti mara si'iif araaramu, ka dhukkuba keeti mara fayyisu, ka jiruu teeti awwaalamuu irraa wodu, ka jaalala bara baraatii fi marartii sii kennu, dargaggummaan teeti akka risa'aa akka haareffantu, ka jiruu teeti waan dansa'aan quussu isa.





