Kitaaba Fakkeennaa 22:22-23
Kitaaba Fakkeennaa 22:22-23 GUJ
Worra hiyyeeyyii waan hiyyeeyyii te'aneef hin saamin; worra rakkataa addee mura'aatitti hin farrisiisin. Mootiin Waan Maraa isaaniif waan falmatuuf, nama isaan saamu hin saama.