Kitaaba Seera Dadaa 50:21
Kitaaba Seera Dadaa 50:21 GUJ
Maarre hin sodaatina'a. Ani isinii fi ijoollee teessaniif waan barbaachisu hin kenna» jedhe. Yoseef gadhi-laafinnaan obboleeyyan ifiititti dubbatee isaan jajjabeesse.