Kitaaba Seera Dadaa 47:5-6
Kitaaba Seera Dadaa 47:5-6 GUJ
Achiin duuba Mootichi Gibxi'ii Yoseefiin, «Abbaan keetii fi obboleeyyan teeti eega sii dhufanee, Latti Gibi'ii kunoo harka keeti jirti; biyya Gibxi'ii keessaa lafa irra caalaa dansa'aa Gooshenitti isaan qussiisi. Isaan keessaa dandeettii addaa ka qabanu yoo jiraatane, horii kiyya irratti itti gaafatantoota godhi» jedhe.





