Kitaaba Seera Dadaa 45:8
Kitaaba Seera Dadaa 45:8 GUJ
Maarre ka as na erge Waaqa malee, isinii moti. Waaqi qondaala ol aanaa mooticha biyya Gibxi'ii, itti gaafatamaa mana mootummaa mootichaatii fi lafa Gibxi'ii duudii irratti bulchaa na godheera.