Kitaaba Seera Bayiisaa 36:3
Kitaaba Seera Bayiisaa 36:3 GUJ
Isaan kennansa Israa'elooti ijaarsa addee Woyyitti'ii jalqabiisaaf fidde mara Muusee harkaa fuudhane. Kolbaan Israa'eliille kennansa fedhii ifii ganama mara Muuse'etti kennite.