Kitaaba Seera Bayiisaa 2:23
Kitaaba Seera Bayiisaa 2:23 GUJ
Bara heddu'uun duuba mootichi biyya Gibxi'ii du'e; Israa'elooti garbooma keessatti qarqaarsa dhaggatiisaaf iyyatane; iyyi isaan garbummaa jalaa bayiisaaf iyyane gara Waaqaa ol dhaxxe.