Kitaaba Lallabaa 4:9-10
Kitaaba Lallabaa 4:9-10 GUJ
Eloo ifiitiif bu'aa dansaa waan dhaggatanuuf, tokko te'uu irra lama te'uu woyya. Tokko yoo jige, kuun ol kaasa; yoo jige, ka ol isa kaasu, nama hin qanneef ammoo aanne'e.