Roomaa 7:21-22
Roomaa 7:21-22 HAH
Kanaafuu akka seerri sun hojjechaa jiru nan hubadha; yommuu ani waan gaarii hojjechuu barbaadu hamminni na biratti argama. Ani keessa namummaa kootti seera Waaqaattin nan gammadaatii