Lakkoobsa 21:7
Lakkoobsa 21:7 HAH
Sabni sunis gara Musee dhufee akkana jedhe; “Nu yeroo WAAQAYYOO fi sitti afaan dabarre sana cubbuu hojjenne. Akka WAAQAYYO bofawwan kanneen nurraa fageessuuf nuuf kadhadhu.” Museen saba sanaaf kadhate.