Hojii 26:17-18
Hojii 26:17-18 HAH
Ani saba keetii fi Namoota Ormaa kanneen gara isaaniitti si ergu jalaa sin baasa. Atis ija isaanii bantee dukkana keessaa gara ifaatti, humna Seexanaa jalaas gara Waaqaatti isaan deebifta; kunis akka isaan dhiifama cubbuu argatanii fi akka isaan warra natti amanuun qulqullaaʼan gidduutti dhaala argataniif.’





