Raajii Sofoniyaasii 2:3
Raajii Sofoniyaasii 2:3 KITWOY
Isin fayyaaleyyiin ajaja Rabbii raawwata'aa jiraattan gara Rabbii deebi'aa'a; hujii qajeellumma'aa hojjadhaa'a; gara laafumma'aan gad uf qabaa'a; akkaataa kanaan maal laataa guyyaa Rabbi dheekkamsa ufii mudhisu adabbii jalaa bawuu dandeettan ta'aa.







