Gara Worra Rooma'aa 4:20-21
Gara Worra Rooma'aa 4:20-21 KITWOY
Rabbiillee ulfinna kenna'aa, abdii kenname raawwachuu akka danda'u jabeessee hubatee laale. Amanti'iin jabaatee laale malee, amanuu dhabu'uun abdii dubbii Rabbii hin mamne.