Gara Worra Rooma'aa 2:3-4
Gara Worra Rooma'aa 2:3-4 KITWOY
Ati nama worra kana godhutti ka murteessitu sanuma waan gootuuf, murtee Rabbii jalaa waan baatu sitti fakkaataa? Moo arjummaan Rabbii gara aagii akka si masakku uduu hin beenne, arjummaa isaatii fi waa danda'uu durummaa obsa isaa tuffataa?





