Gara Worra Rooma'aa 16:17
Gara Worra Rooma'aa 16:17 KITWOY
Haa ta'uu ammo Obboleeyyan tiyya! worra barumsa isin barattan mormanii fi gar gar bayiinsa uumanii namootatti gufuu ta'an, addaan baaftanii akka laaltaniif irraallee akka fagaattan isin kadhadha.





