Bible App logo
Search Icon

Gara Worra Rooma'aa 14:8

Gara Worra Rooma'aa 14:8 KITWOY

Yoo jiraanne Goofta'aaf jiraanna. Yoo duunellee Goofta'aaf duuna. Eegasuu yoo jiraanne yookaan yoo duune nu ka Goofta'aati.