Gara Worra Rooma'aa 14:11-12
Gara Worra Rooma'aa 14:11-12 KITWOY
«Ani jiraata'a! jedha Gooftaan; Jilbi maruu anaaf jilbiiffata; arrabni maruu Rabbiin galatoonfata» jedhamee waan barreeffameeruuf. Eeganaa nu maruu waan keennaaf Rabbii deebii kennina.