Bible App logo
Search Icon

Gara Worra Rooma'aa 13:1

Gara Worra Rooma'aa 13:1 KITWOY

Namni maruu worra bulchaniif haa ajajamanii; Rabbiin irraa yoo ta'e malee baalliin waan hin jirreef. Worri jiran ka baallii qabanillee Rabbiin muudaman.