YouVersion Logo
Search Icon

Raajii Abdiyyuu 1:3

Raajii Abdiyyuu 1:3 KITWOY

Uf jajuun kee si sobeera; ati kushee qachaa dhagaa jaba'aan ijaaramte keessa jiraatta; ati mana gaarran gugurdaa irratti ijaarame keessa jiraatta; hulee jiru kanaa eentu na buusuu danda'a jedha'aa dhaadatta.