YouVersion Logo
Search Icon

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 3:28-29

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 3:28-29 KITWOY

«Ani dhuga'aan isiniin jedha cubbuun marti, nama arrabsuunillee dhiifamsa qaba. Nama Ayyaana Woyyuu arrabsu kamiifuu ammo, gatii cubbuu bara baraa itti ta'a malee sirima dhiifamsa hin argatu»