YouVersion Logo
Search Icon

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 2:12

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 2:12 KITWOY

Uduma isaan argan namichi ka'ee siree ufii baadhatee bayee deeme. Kanaafuu namoonni maruu maalalanii, «Waan akkanaa kana horoma arginee hin beennu» jedhanii Rabbiin galatoonfatan.