Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 13:7
Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 13:7 KITWOY
Hennaa lolaa fi oduu lolaa dhageettan hin sodaatinaa'a. Wonti akkasii kun hin ta'a; Haa ta'uu ammo barri dhumaa ammallee hin geenne.