YouVersion Logo
Search Icon

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 11:25

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 11:25 KITWOY

Hennaa Rabbiin kadhachu'uuf dhaabattan Abbaan keessan ka samii jiru yakka keessan akka isinii araaramu eennuun irrattillee komii yoo qabaattan araaramaa'a.