Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 10:21
Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 10:21 KITWOY
Yesuus isa xiinxallee laalee jaalateenii, «Waan tokkotu si irraa dhidhata; dhaqii waan qabdu maraa gurgurii hiyyeeyyi'ii kenni; samii gubba'atti badhaadhummaa argattaa; achiin maayessa koottuu na faana deemi!» jedheen.





