Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 7:11
Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 7:11 KITWOY
Eegasuu isin hammeeyyii taatanii yoo ijoollee teessanii kennaa mishaa kennuu beettan, Abbaan keessan ka samii jiru worra Isa kadhataniif attamitti waan mishaa caalchisee hin kennine ree?





