Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 6:3-4
Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 6:3-4 KITWOY
Ati ammo hennaa arjoomtu arjummaan kee dhossa'aan akka ta'u, waan harki kee ka mirgaa hojjatu harki kee ka bita'aa hin beekin! Abbaan kee ka waan dhossa'aan godhame argu jasaa kee ifaan sii deebisa.












