Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 6:26
Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 6:26 KITWOY
Simbirroota sami'ii laalaa'a; isaan hin facaafatan, hin haamatan, gootara'attillee hin galfatan, Abbaan keessan ka samii jiru isaan nyaachisa. Isin guddiftanii simbirroota hin caaltanii?





