Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 6:1
Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 6:1 KITWOY
Yesuus ammallee akkana jedhe, «Namni akka isin arguuf jettanii hujii mishaa afoo isaaniititti akka hin hunye uf eeggadhaa'a! yoo akkas gootan ammo Abbaa keessan ka sami'ii biraa gatii woyiituu hin argattan.







