Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 26:39
Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 26:39 KITWOY
Diqqoo isaan irraa siiqee kallachaan gad kufee, «Abbaa kiyya! yoo danda'ame, mijuun rakkinnaa tun na irra haa luftuu; haa ta'uu ammo akka fedha keetii malee akka fedha kiyyaa hin ta'in» jedhe.






