Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 24:6
Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 24:6 KITWOY
Woraanaa fi oduu woraanaa hin dhageettan; akka hin rifanne uf eeggadhaa'a; kun ta'uun isaa giddi'i; haa ta'uu ammo ammallee dhumni hin geenne.