Raajii Iyyu'eelii 1:13
Raajii Iyyu'eelii 1:13 KITWOY
Kennaan midhaaniitii fi daadhiin woyini'ii ka Waaqaa dhiyeessitan waan hin jirreef isin gadoonni Waaqa kiyya tajaajiltan! kootta'aa uffata gaddaa uffadha'aatii halkan guutuu booyaa'a! isinillee worri hulee ciinca'aatitti tajaajiltan banne! banne! jedhaa'a.





