Raajii Hose'ee 1:7
Raajii Hose'ee 1:7 KITWOY
Ani banii Yihuuda'aatitti ammo jaalala kiyya mudhisa; ani Rabbi Waandhi isaanii isaan oolcha; ka isaan oolchuun hunna lolaatiinii miti; guraadee, buundhe'ee fi eboo yookaan fardaa fi worra fardaan lolaniinii miti» jedheen.





