Seera Uumamaa 42:7
Seera Uumamaa 42:7 KITWOY
Yooseefillee obboleewwan ufii argee beekee akka waan nama isaan hin beenneetitti fuula ufii dhooggatee «Isin eessaa dhuftan?» jedhee dubbii hamaa isaanitti dubbate; Isaan ammo, «Nu worra midhaan bitatu'uuf biyya Kana'aaniitii dhufe» jedhaniin.





