Seera Bayu'uu 9:9-10
Seera Bayu'uu 9:9-10 KITWOY
Innillee biyya Misirii maraa irratti daaraa bullaayaa ta'ee biyya Misirii maraa keessatti sa'aa nama irratti madaa badaa ta'a» jedheen. Isaanillee daaraa ibiddaa hammaaranii Fari'ooniin afoo dhaabatan; Muuseen daaraa ibiddaa san gara Sami'ii bittinneessinaan sa'aa nama irrattillee madaa badaa ta'e.





