Seera Bayu'uu 8:16
Seera Bayu'uu 8:16 KITWOY
Rabbi Muuse'een, «Aarooniin ulee tee fuudhiitii daaraa lafaa dhayi; akka daaraan biyya Misirii maraa irratti bookee nama iddu ta'u jedhiin» jedhe.