Seera Bayu'uu 5:8-9
Seera Bayu'uu 5:8-9 KITWOY
Hujii duraan hojjatan ka faaraa san irraa hin dhidhisinaa'a; waan hujii hifatanii deemnee Waaqa keennaa ciincaa dhiyeessina jedha'aa iyya'aaraniif. Hujii ulfaataa haa hojjatanii; waan duwwaa akka hin yaanne» jedhee isaan ajaje.





