Seera Bayu'uu 32:1
Seera Bayu'uu 32:1 KITWOY
Muuseen gaara irraa uduu hin buune turraan baniin gara Aaroonii dacha'ee, «Muuseen biyya Misirii keessaa nu baase maal akka ta'e waan hin beenneef ka'iitii waaqolee afoo keenna deeman nuu hojjadhu» jedhaniin.





