Seera Bayu'uu 22:22-23
Seera Bayu'uu 22:22-23 KITWOY
Worra haadha hiyyeessaatii fi ijoollee abba'aa fi haadha hin qabne hin rakkisinaa'a. Yoo isin isaan rakkiftanii isaan gara kiyya iyyan, ani Rabbi iyya isaanii hin dhagaya.