YouVersion Logo
Search Icon

Seera Bayu'uu 2:11-12

Seera Bayu'uu 2:11-12 KITWOY

Muuseen haga guddate gara obboleewwanii dhaqee huji'iin akka rakkata'aaran arge; nama gosa Misirii uduu inni obboleessa isaa Ibricha tuma'aaru argee, bita'aa fi mirga laallatee womaa dhabee nama biyya Misirii san ajjeesee xidhacha keessatti dhosse.